Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 PC
K Technologies
Download Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 on PC With GameLoop Emulator
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 on PC
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20, coming from the developer K Technologies, is running on Android systerm in the past.
Now, You can play Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 on PC with GameLoop smoothly.
Download it in the GameLoop library or search results. No more eyeing the battery or frustrating calls at the wrong time any more.
Just enjoy Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 PC on the large screen for free!
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 Introduction
Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana download gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Offline) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama.
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.
♪ Arjooma Keetiinii
♪ Haqiiqaa Islaamaa
♪ AhmadNuuril Hudaa
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ Rabbi Sa'alNaaka
♪ Laa Shariika Lahuu
♪ Keyru Kalqillaahi
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ Salli wasallim Alaa Nabiyyi
♪ innal Hamdalillaahi
♪ Filatamaa Taanee
♪ Ashrafal Mursaliinaa
♪ Manba'i Rahmatii
♪ Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim
Nashiidaa Ustaaz Raayyaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa bakka 3tti qoodnee dhiheessine.
1. Nashiidaa ture (old) jalatti ramadne kuni Vol. 1 hanga 20 of keessatti kan qabateedha. Garuu ammaaf hanqina muraasa ni qabaa fedha Rabbiitin gara fuul-duratti itti guunna.
2. Nashiidaa haaraya (New) jalatti ramadne kuni immoo Vol. 21 hanga 33 of keessatti kan qabateedha.
3. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa kan Afaan Amaariffaa Vol. 1 hanga 6 of keessatti kan qabateedha.
Tags
Music-&Information
Developer
K Technologies
Latest Version
8.0
Last Updated
2023-10-25
Category
Music-audio
Available on
Google Play
Show More
How to play Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 with GameLoop on PC
1. Download GameLoop from the official website, then run the exe file to install GameLoop
2. Open GameLoop and search for “Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20” , find Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 in the search results and click “Install”
3. Enjoy playing Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 on GameLoop
Minimum requirements
OS
Windows 8.1 64-bit or Windows 10 64-bit
GPU
GTX 1050
CPU
i3-8300
Memory
8GB RAM
Storage
1GB available space
Recommended requirements
OS
Windows 8.1 64-bit or Windows 10 64-bit
GPU
GTX 1050
CPU
i3-9320
Memory
16GB RAM
Storage
1GB available space