
English Afaan Oromo Dictionary for PC
Orosoft Tech
Muat turun English Afaan Oromo Dictionary pada PC Dengan GameLoop Emulator
English Afaan Oromo Dictionary pada PC
English Afaan Oromo Dictionary, datang daripada pembangun Orosoft Tech, sedang berjalan pada sistem Android pada masa lalu.
Kini, Anda boleh bermain English Afaan Oromo Dictionary pada PC dengan GameLoop dengan lancar.
Muat turunnya dalam pustaka GameLoop atau hasil carian. Tiada lagi melihat bateri atau panggilan yang mengecewakan pada masa yang salah lagi.
Hanya nikmati English Afaan Oromo Dictionary PC pada skrin besar secara percuma!
English Afaan Oromo Dictionary Pengenalan
Kamus Orooroo!
Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha.
.
Haa ta'u malee faraja/terjemahan isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennie yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa. Akkasumas barnoota babalisuuf, qunnamtii ummataa cimsuuf, saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.
.
Fuulduree/Masa Depan
Ammaaf hojiin hojjenne kun gama app Android Dikshinarii Afaan Oromootiin gumaacha guddaa godheera jennie yaanna. Ta'uus garuu kun hanga safara guddina uummatichaa fi qooqichaan gahaadha jennee hin yaannu.
Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis ta'ee qulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaa seenuu barbaanna.
Kamus Orooroo.
Tag
Books-&Maklumat
pemaju
Orosoft Tech
Versi Terkini
1.3.1
Kemas Kini Terakhir
2023-09-18
kategori
Books-reference
Ada pada
Google Play
Tunjukkan Lagi
Cara bermain English Afaan Oromo Dictionary dengan GameLoop pada PC
1. Muat turun GameLoop dari laman web rasmi, kemudian jalankan fail exe untuk memasang GameLoop.
2. Buka GameLoop dan cari "English Afaan Oromo Dictionary", cari English Afaan Oromo Dictionary dalam hasil carian dan klik "Pasang".
3. Nikmati bermain English Afaan Oromo Dictionary di GameLoop.
Minimum requirements
OS
Windows 8.1 64-bit or Windows 10 64-bit
GPU
GTX 1050
CPU
i3-8300
Memory
8GB RAM
Storage
1GB available space
Recommended requirements
OS
Windows 8.1 64-bit or Windows 10 64-bit
GPU
GTX 1050
CPU
i3-9320
Memory
16GB RAM
Storage
1GB available space